Akkam jirtu?
Har’ i Caamsaa 25, bara 2016.
Qophiin haráaf qabnu Tibbanaa fi Mala Jireenyaa ti,
Tibbanaan har’aa ayyaana Wayyaaneen " Caamsaa 20" jettee kabajaa jirtu irratti xiyyeeffata.
Malli Jireenyaa immoo “namni maaliif waa himata?” nuun jedha. Deebii isaa qophii keenya irraa argattu; nu hordofa!
Oduus ni qabna.
Keessummeessituun keenya Lalisee Wadaajoo ti.
Amma gara oduu har’aattin isin dabarsa; itti dhiyaadha.
===================
Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.