Akkam jirtu?
Har’ i Waxabajjii 1, bara 2016.
Qophiin haráaf qabnu Tibbanaa fi Mala Jireenyaa ti,
Tibbanaan har’aa waa’ee quromsa seensa mana barnoota olaanaa Itoophiyaa gidduu kana haqame irratti xiyyeeffata.
Malli Jireenyaa immoo “namni waanuam qabu namaaf kenna,” nuuf jedha.
Oduus ni qabna; itti dhiyaadha.
=================
Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.