Akkam jirtu?
Har’ i Waxabajjii 8, bara 2016.
Qophiin har'aaf qabnu Tibbanaa fi Mala Jireenyaa ti,
Tibbanaan har’aa duula karaa addaddaa qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee keessumama tokko waliin turtii godha.
Malli Jireenyaa immoo “nama bakka waa itti tolfatu qabutu, waa tolfata,” nuun jedha.
Oduus ni qabna; itti dhiyaadha.
==========================
Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.