Gocha nama gaddisiisuu fi nama saalfachiisu Birra Gammadii irratti raawwatame, akka waan Kadir Martuu gammachiisuuf godhametti haasawame, ani Kadir dubbisee miira gaddaatiin deebiin inni naaf deebise kana fakkaata. Dhimma dhuunfaa ykn dantaa mataa keessaniif gootan, waan biraatiin walqabsiiftanii ummata keenya hin jeeqinaa!
↧