![]()
[OBN 03 08 2010]Dr. Abiyyi Ahmad Ministiraa Muummee , Ministiraa Muummee Itti aanaa Obbo Dammaqaa Makonnin, Kabajamoo Pireezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa fi Qondaaltoonni Mootummaa Federaalaa fi Naannoo argaman haala ho'an simataman.