Quantcast
Channel: SiiTube.com - BREAKING #Oromo and #Ethiopia News and Music Video - RSS Feed
Viewing all articles
Browse latest Browse all 2098

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast- 30 March 2016

$
0
0

Dhaggeeffattoota keenya kabajamoo,
Akkam jirtu?

Kun qophii keenya Bitootessa 30, bara 2016. Qophiin har' aaf qabnu Tibbanaa fi Mala Jireenyaa ti,

Tibbanaan keenya diddaa Oromoo fi fincila diddaa gabrummaa milkeessuf gaheen Oromoo maali kan jedhu irratti keessummoota lama waliin maryata.

Qopheessaan Mala Jireenyaa, immoo namni madooshaa of harkaa qabu, rakkoo mara mismaara se'a nuun jedha.

Akkuma barame dursa kana dhiyaatu, oduu dha. Keessummeessituun keenya Ayyaantuu Damee ti.

Oduu har’aaf immoo Dhaabasaa Waaqjiraa toora irra jira; itti dhiyaadha.

=============
Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.

Viewing all articles
Browse latest Browse all 2098

Trending Articles