March 30th - Radio Bilisummaa Oromoo
Dhaggeeffatoota keenyaa Radion Bilisummaa Oromoo Guyyaa Har'aa gaaffii fi deebii Dr Bayaan Asoobaa, miseensa Koree hojii Raawwachiiftuu Adda Democratawaa Oromoo (ADO) walgahii (conference) mata duree Egeree Ethiopia keessattii ce'umsa Democracy fi Tokkummaa biyyaa jedhu irratti qooda fudhannaa godhan nuuf ibsu. Dr Bayaan, yeroon kun yeroo Oromoon alagaa irraa baqatu osoo hin taane yeroo itti Oromoon ija jabinaan deemee dhugaa ofii dubbatee amansiisfatuu dha, Kanas haala qabatamaan argaa jirra waan taheef tarkaanfiin akkasii itti fufuu qabaas jedhu. hanga dhumaatti dhaggeeffadhaa