Quantcast
Channel: SiiTube.com - BREAKING #Oromo and #Ethiopia News and Music Video - RSS Feed
Viewing all articles
Browse latest Browse all 2098

CABSAA!! ``(Official Movie TRAILER (2016) New Afaan Oromo Movie

$
0
0

CABSAA!!
Waadaa ....waadaa....waadaa nyaannee hin hafnee...kunoo yeroo keenna eggannee cabsaadhan cabsiinee asiin isinittii baanee.
Cabsaan gidiraa...hidhaa...cunqursaa..dabaa..hammenyaa...
laaqamummaa....fi kkf Hundaa kan of keessattii hammatee furmaataf Cabsee kan baheedha.Filmiin kun yaadannoo ijoolleef namoota qabsoo yeroo ammatti dhumataniif dhumaata jiraaniif haa ta.u jedhaa... Galiin filmiicha kanas miidhamtootaf maatii miidhamtoota biyyaa keessaa jiraan gargaruuf hojjanee.... Fiilmiin kuni April 23 magaalaa Atlaanta keessaatti yeroo jalqabaaf eebbifamaa.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 2098

Trending Articles