Quantcast
Channel: SiiTube.com - BREAKING #Oromo and #Ethiopia News and Music Video - RSS Feed
Viewing all articles
Browse latest Browse all 2098

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast- 18 April 2016

$
0
0

Kun Sagantaa keenya Ebla 18 bara 2016 ti.
Akkam jirtu dhaggeeffattoota keenya?

Har’a Qophii Fayyaa Hawaasaa fi Oromia Insight qabna;
Fayyaa Hawaasaa keessatti waa’ee waldhabbii fi araaraa irratti qophii qophaa’etu dhiyaata.

Qophiin Oromia Insight-is yeroo isaa eeggatee dhiyaata.
Keessummeessituun Lalisee Wadaajoo ti.

Amma gara oduuttin isin dabarsa.

=================
Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.

Viewing all articles
Browse latest Browse all 2098

Trending Articles