Quantcast
Channel: SiiTube.com - BREAKING #Oromo and #Ethiopia News and Music Video - RSS Feed
Viewing all articles
Browse latest Browse all 2098

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast- 20 April 2016

$
0
0

Dhaggeeffattoota keenya kabajamoo, Akkam jirtu?

Har’ i Ebla 20, bara 2016.

Qophiin haráaf qabnu Tibbanaa fi Mala Jireenyaa ti,

Tibbanaan keenya guyyaa gootota Oromoo biyya Neezarlaandi keessatti kabajme irratti xiyyeeffata.

Malli Jireenyaa immoo waa’ee Obsaa irratti kan qophaa’ee dha.

Akkuma barame dursa kana dhiyaatu, oduu dha.
Keessummeessituun Lalisee Wadaajoo ti.
Amma oduu har’aaf gara Dhaabasaattin sin dabarsa; itti dhiyaadha.

===================
Oromo Voice Radio broadcasts to Oromia on Wednesdays, Saturdays and Mondays at 7:00 PM local time at 16 MB or 17850 kHz. Oromo Voice Radio is operated by Madda Walaabuu Media Foundation.

Viewing all articles
Browse latest Browse all 2098

Trending Articles